Exodus 2:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bante jennaani daima bohu jiru keesati agarte naateefi waan jette, Daimi kunini, ka worra gosa Ebrania.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mucattiin Fari'oonii yoo keeshee bantu, daa'imni booya'aa ture. Daa'imni garaa nyaateenii, «Daa'imni kun daa'ima worra Ibrootaati» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin yennaa saaxaraa san bante annuu keessatti dhaggite. Annuun waan bowiisatti jiruuf, isaaf gadditee, «Kun annuu Ibrootaa ti» jette.