Exodus 2:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani oboleetiini daima kaani d'ufte waan intala Faraotiini jette, Deeme qabdu daima nad'eeni Ebrania keesa sii barbaade ho?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san obboleettiin isaa mucattii mootichaatiin «Deemee dubartoota Ibrootaa keessaa ta harma hoosiftee guddiftu sii soquu?» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba obboleettiin isaa intala Mootichaatiin, «Annuu kana akka hoosittee si'iif guddittu dubartoota Ibrootaa keessaa takkattii dhaqee si'iif waamuu?» jette.