Exodus 20:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbeetiifi haateti saalfad'i, aka lafa AABBO Waaqi sii kenne keesati lubbuuni tante d'eerattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi kee umurii kee lafa irratti akka sii dheeressu abbaa keetii fi haadha tee kabajji;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Lafa ani Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti si'iif kennu keessatti bara dheeraa akka leetu, abba'aa fi haadha teetiif ulfinna kenni.