Exodus 20:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan nami d'ibiini qabu, mana isaa taanaani, niiti isaa taanaani, tisse isaa taanaani, looni isaa taanaani, yokhaani harrele, waan inni qabufu, tokole ind'arainiifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mana eennuullee, haadha manaa eennuullee, hojjataa, hojjattuu, qotiyyoo eennuullee, harre'ee fi horii eennuullee maraa kamiinuu hin hawwin.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mana namaa hin kajeelin; haadha manaa isaa, tajaajilaa isaa, tajaajiltuu isaa, loon isaa, harree isaa, karra isaa mara hin kajeelin» jedhe.