Exodus 20:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Waan atini worra Israelitini jettu, Isani yayu gartani, aka anini gubbaa isaniini dubbad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee Muuse'een «Ijoollee Israa'eliitiin akka ani Samii irraa isinitti dubbadhe argitaniirtan; ana afo'otti womaa hin hojjatinaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Ati Israa'elootaan, ‹Mootiin Waan Maraa: Ani ol-gubbaa irraa akka isinitti dubbadhe isinuu dhaggitaneertan;