Exodus 20:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla sorio iti qalani biyyeeni naa mid'aasa, ammalle artiti sorio hoolatiifi ta looni gubaa na baasa, aka sorio wold'ageeti taatu; fulla anini fohad'e isani iti na kad'attani ch'ufa anini d'ufe isani eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hulee ciinca'aa dhoqqe'een naa huji; ciincaa fayyinna keetii ka gubamu ka hoolotaatii fi ka sangoota keetii achi irratti ciincessi; hulee maqaan kiyya itti qaabatamu marattuu dhufee si eebbisa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ati addee ciinca'aa faara irraa naaf hujiitii, isa irratti kennansa gubamuu fi kennansa tokkumma'aa hoolee, re'e'ee fi loon keeti keessaa dhikeessi. Ani addee maqaa kiyya akka itti waamamu godhe san gara keeti dhufee si hin eebbisa.