Exodus 20:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan sorio irati baasani suni, faano gula olkorani iti intolchina; wonti akanatiifi yo isani gula olkortani, qullati isani mullata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka qaamni kee ka saalaa hin mudhanne korto'oon gara hulee ciinca'aa hin bayin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nafi keeti qullaa akka hin mudhanneef, yaabbannoo irra gara addee ciinca'aa tiyyatti ol hin bayin jedha› jedhiin» jedhe.