Exodus 20:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akheekha waan tokole, ka lafafi gubbafi bisaani lafa jala jirale boch'ite imid'aafatiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan Sami'ii olii, waan Ardii irraa, waan Ardii keessaa, waan galaana keessa jiraa, fakii bocame kamiinillee Waaqa kee hin godhatin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Bifa waan ol-gubbaa jiruutiin yookiin waan lafa irra jiruutiin yookiin waan bisaan keessa jiruutiin, bifa waan tokkootille'een waaqa dharaa hin hujatin.