Exodus 20:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqa kiyya ufumaa ind'aini, wonti akanatiifi anini, AABBO Waaqi kanke, nama ufumaa maqa kiyya d'au wollaala iti mura.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaa Rabbii Waaqa keetii duwwamatti hin waamin; Rabbi worra maqaa isaa duwwamatti waamu cubbuu irraa isaan hin qulqulleessu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani Mootiin Waan Maraa nama maqaa kiyya akkasumaan dhowu adabu malee waan hin lakkinneef, maqaa kiyya akkasumaan hin dhowin.