Exodus 21:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri atini worra Israeliti himtu kana:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Seerri ati dura afoo isaaniititti gootu kana;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Seerri ati Israa'elootaaf kennitu asii gad jira: