Exodus 21:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
eege ule d'ad'aabate deeme, nami isa d'ae suni ha buula kaye haga inni fayyuti qorqoratu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
achii oli ka'ee bordifatee yoo raasaa baye, ka isa dhaye sun bilisa ta'a; garuu waan hujii isa hiissiseef, gumaata haa kaffaluufii; haga inni fayyuuf isa haa badaduu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ulee dhadhaabbataa yoo deddeemu teete, nami isa dhowe sun itti hin gaafatamu; te'uu malee, yennaa hujii isaa waan duraa balleesseef, nama miidhame saniif qodha kennuu ti; haga inni guutumatti fayyutti isa ilaaluu ti.