Exodus 21:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami d'iira woldide dida suni keesa niiti garaacha qabdu d'aani garaacha iraa baasani, ka ammo isiini waan d'ibi intahiini, nami isi d'ae suni ha waan d'iirsi isii fed'u baasuti, akuma jaarsi buufatu gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni lamaa yoo wol lole, yoo dubartii ulfaa haga quuqamtutti darbe, garuu yoo miidhamuu baatte waan abbaan worraa isi'ii jedhe maraa haa kennuu; akkuma jaarsonni isatti murteessanitti haa kaffaluu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Namooti adoo wol lolanuu dubartii ulfaatitti bu'anee, ulfi sun irraa bayee, isiin guddoo miidhamuu dhaddulle, nami isii miidhe sun waan dhirsi isi'ii isa gaafatee fi waan abbootiin mura'aa itti murte kennuu ti.