Exodus 21:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka nama gube isale ha gubani, ka nama madeesu isale ha madeesani, ka nama dirmameesu isale ha dirmameesani, seera akasi jed'ani suni gula wo iti murani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gubaa guba'aan, madaa mada'aan, tumaa tuma'aan haa kaffaluu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
qooda gubiisaa, gubiisa; qooda mada'aa, madaa; qooda dhaaniisaa, dhaaniisa; seera jedhuun murteessi.