Exodus 21:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo kormi looni gaafaani d'ae nama ijeese, isale ha d'akhaani ijeesani, fooni isale nami inyaatini, ammo abba woma iti imurani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sangaan intala yookaan dhiira woraanee yoo ajjeese dhaga'aan dhayamee haa du'uu; foon isaallee akka hin nyaattamne, abbaan sangaa sanii bilisa ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kormi tokko dhiira yookiin dubartii takka nyaatee yoo ijjeese, kormi sun dhaka'aan tumamee ijjeefamuu ti; foon isaa ammoo hin nyaatamin; abbaan kormaa ammoo itti hin gaafatamin.