Exodus 21:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo you aka lubbu ufii bitu abba suni hori iti murani, ha waan iti murani suni ch'ufa baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaa sanga'aa san irraa yoo gumaa barbaadan ammo haga itti murtaaye maraa haa kaffaluu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, qodha akka kennu yoo gaafatame, waan itti murteeffame san kaffaliisaan lubbuu ifii wodatuu ti