Exodus 21:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
abbaani isaa ha fuud'e fulla Waaqa iti kad'atani geese, mikhikila balbalati hirkachiise gurra isaa toko uru, aka inni haga jiru ch'ufa tisse isaa tahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gara qasatoo balbalaa fidee muta'aan gurra isaa haa woraanuu; baraa haga bara baraa garbicha isaa haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
goottaan isaa Waaqa dura isa geessuu ti. Achiin duuba gara balbalaa yookiin gara mikikkila balbalaa geessee gurra isaa muta'aan uruu ti. Achiin duuba inni haga jiruu ifii garba isaa hin te'a.