Exodus 22:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama ana AABBO Waaqa male, waaqa d'ibi sorio baasu, ijeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbii malee ka waaqa biraa kamiifillee ciincaa dhiyeessu sirima haa ajjeefamuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ana Mootii Waan Maraatiif malee, nami waaqota dhibi'iif ciincaa dhikeessu ijjeefamuu ti.