Exodus 22:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama gosa d'ibi iti ch'ubbamtani indabsina; qaabad'a, aka isanileeni lafa Misirileti keessuma taatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin waan biyya Misiriititti galtuu taatanii jiraata'aa turtaniif nama isinitti gale gad qabdanii hin rakkisinaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isinille biyya Gibxi'ii keessatti alagaa waan teetaneertanuuf, alagaa hin miidhina'a yookiin hin cunqursina'a.