Exodus 22:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aanifi daad'i teesani keesaa sorio naa baasa; ammalle ilmaani teesani ta d'iira ta angafa naa kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Qixiraa kee, daadhii woyini'ii kee, dhadhaa ejersaa kee ka duraa naa dhiyeessi; «Ijoollee tee ta dhiiraa keessaa hangafa naa kennita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Midhaan haammattanee galfattanu keessaa mataa naa kenniisaaf hin rincicina'a. «Ilmaan teessan keessaa angafa naaf kenna'a.