Exodus 22:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami hori isaa oobru ufii ta zabibu keesati lakise, duuba yo horini suni bade oobru zabibu ta nama d'ibi ta bahu jirtu d'aqe nyaate, inni ha waan dadansa oobruuni isaa baafte, zabibule taanaani, ha waan namicha kaani baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni kamuu gara maasa'aa yookaan gara lafa woyini'ii horii ufii yoo itti gad dhiisee maasaa nama biraa dheechise, wonti maasaa sanii bikkamee haa kaffalamuufii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami tokko horii ifii fichaa keessa yookiin oorruu woyni'ii keessa akka dheedanu gad lakkisee, midhaan nama dhibi'ii yoo nyaatane, fichaa ifii dansaa irraa yookiin oorruu woynii ifii dansaa irraa nama saniif kaffaluu ti.