Exodus 22:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami nama d'ibi beese yokhaani hori olkaye, ka duuba waan suni harka isaati hatani, nami hate suni yo qabani hori haga inni hate suni ha maro lama baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni tokko qarshii yookaan waan biraa yaboo goshoo ufii bira yoo kaayatee mana isaatii hatamee hattichi hate sun yoo argame, waan hate san dachaa lama haa kaffaluu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami tokko beesee yookiin meya ifii akka isaaf massu namatti kennatee, mana nama sanii keessaa hattuun yoo hatte, hatichi sun yoo qabame dachaa lama kaffaluu ti.