Exodus 22:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo hattu suni inqabini, nama waan suni harka isaati hatani ha fulla Waaqa iti kad'ataniini d'ufani, aka inni hori nama suni inhatiini kakhachiisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo hattichi argamuu baate, namichi meeshaan sun itti kenname sun seeratti haa dhiyaatu; qabeenna goshoo ufii san tuqu'uu fi tuquu dhabuu isaa haa kakatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hattichi sun yoo dhabame ammoo, abbaan manaa meya nama sanii akka hatee hin jirre kakatiisaaf, abbootii mura'aa dura dhikaatuu ti.