Exodus 23:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan d'ara indubbatiina, nama d'ara dubbatule d'uga intahiinaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Oduu sobaa hin odeessin; akka sobaa si hin taasifne nama soba raguun hin shariikin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Oduu dharaa hin odeessina'a; dharaan dhugaa bayiisaan nama yakkaamessa hin qarqaarina'a.