Exodus 23:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ganna torbeeso woma iti infach'aasina, ha bultuti, waan keesaa baha ch'ufa ha hiyyeesafi bineensi alaa nyaatu. Ammalle oobru zabibutiifi ta ejersa akasuma tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaa torbeesso'oo ammo lafa bulchi; waan lafa san irratti marge maraa akka hiyyeeyyiin biyya keetii irraa nyaatan, waan hafe busaawaan raasa'aa haa nyaatuu; woyiniinii fi munni ejersaallee akkasuma haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
woggaa torbeesso'oo ammoo bulcha'a malee hin qotina'a; waan achi keessaa dhaggamu worri hiyyeeyyiin kolbaa teessan keessaa nyaatanuu ti; ka isaan irraa hafe bineensi nyaatu ti. Muka woyni'ii keessanii fi muka ejersaa keessanille akkasuma godha'a.