Exodus 23:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ch'ufa ka anini, AABBO Waaqi, jed'e ch'aqasa, waaqoota d'ibi tokole inkad'atiina, maqa isaanile ind'aiina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Waan ani isiniin jedhe maraa eegaa'a; maqaa waaqolee kaawwanii hin waaminaa'a; afaan keessan irraallee hin dhagayamin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waan ani isinitti hime kana mara hubadha'a; maqaa waaqota dhibi'ii hin waammatina'a; maqaan isaanii afaan keessanille'ee hin bayin.