Exodus 23:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo mid'aani qara oobrani murattani, jila tolfad'a ammalle gaafa wogaani geete, ka mid'aani tuultani galfattani jila Hoosa tolfad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan maasaa keetitti facaaftu keessaa hangafa ayyaanni haama'aa uduu hin lufne ayyaana hennaa midhaan galchanii ayyanteffadhaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Midhaan facaafattane ka mata'aa yennaa galfattanu, jila midhaan galfatiisaa jilifadha'a. «Dhuma wogga'aa irratti mukoota fichaa keessan keessa jiranu irraa midhaan yennaa guurattanu, jila midhaan galfatiisaa jilifadha'a.