Exodus 23:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo sorio qaltani naa baaftani qit'a bukho qabu na imbaasina. D'ad'a hori jila naa qaltani lafti iti imbariini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Dhiiga ciincaa naa dhiyeessitu keessa waan raacitii qabu woliin naa hin dhiyeessin; coomni ayyaana kiyyaaf dhiyaatu haga bari'uuf akka hin turre.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dhiiga ciinca'aa ka anaaf dhikaatu woliin waan uukoo qabu hin dhikeessina'a. «Moorri yennaa jilaa kennansa ciinca'aatiif naaf dhikaatu haga bari'ii hin turin.