Exodus 23:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna ch'ufa Mana AABBO Waaqa keesani mid'aani qara murattani kootaani. Ilmoole haad'a hootu na ind'aabiina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Daraaraa lafa kee irratti facaaftee marge keessaa hangafa filatamaa gara mana Rabbii Waaqa keetii fidi; ilmoo hoola'aa ka re'e'ee aannan haadhaatiin hin affeelin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Waan latti isiniif baache keessaa midhaan mata'aa ka irra caalaa dansa'aa ana Mootii Waan Maraa Waaqa keessaniif dhikeessa'a. «Buruusoo re'e'ee aanan haadha isi'iitiin hin iffeelina'a.