Exodus 23:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka dansaa ch'aqasa, waan isiini jette ch'ufa guuta. Isi jala indidina, wonti akanatiifi anati isi erge, isiini nama isi didu tokole inaraaramtuufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waan inni siin jedhu dhagayii ajajamiif; waan maqaan kiyya isa irra jiruuf yoo isin cubbuu hojjattan waan isinii hin dhiifneef uf eeggadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ifi eeggadha'a; dubbii isaalle qalbeeffadha'a. Isalle hin mormina'a; ani maqaa kiyyaan waan isa ergeef inni finqila keessan isiniif hin araaramu.