Exodus 23:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojja isani isi d'ageetani waan isiini jette ch'ufa tolchitani, anini nyaapa keesani ch'ufa isani iraa d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ammo yoo jecha isaa dhageette, waan ani siin jedhe maraa yoo goote, diintota tee hin jibba; worra si dhiphisan hin dhiphisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan inni jedhe akka dansaa yoo caqattane, waan ani ajaje maralle yoo tolchitane, ani diina keessaniif diina hin te'a; worra isin mormulle hin morma.