Exodus 23:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqoota worraa durati jilbifattani inkad'atiina, ammalle aada worrale gula iyyaiina. Waaqoota worraa ka old'aabani sule ch'ach'absa balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waaqolee isaaniitii hin sagadin; hin waaqeffatinille'e; waan isaan hojjatan hin hojjatin; sirimaa isaan diigi; soodduu isaaniillee caccabsi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin waaqota isaaniitiif hin sagadina'a yookiin isaan hin waaqonfatina'a! Hujii isaaniille gula hin deemina'a. Waaqota isaanii balleessa'a; soodduu woyyittii isaaniille caccassa'a.