Exodus 23:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hojja isani naa, AABBO Waaqa, Waaqa keesani kad'attani, anini isani eebise sagaleefi bisaani isanii kenne fayyad'aba keesanile isani fayyisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Waaqa keessan hin waaqeffattan; inni nyaataa fi dhuddoo keessan hin eebbisa; dhibeellee isin jiddu'uu balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ana Mootii Waan Maraa Waaqa keessan waaqonfadha'a; anille midhaanii fi bisaan keessan hin eebbisa; dhukkuballe odduu teessanii hin balleessa.