Exodus 23:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa teesani keesa nad'eeni garaachi iraa bahu, ta yokhaani ijoolle ind'alle injirtu. Anini lubbu isani d'eeresa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa tee keessatti ta quuqamtu yookaan dubartiin dhabduun hin jiraattu; umurii dheeraallee sii kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa teessan keessa dubartiin ulfi irraa bawu yookiin maseenti hin jiraattu; bara jiruu teessaniille hin dheeressa.