Exodus 23:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ganna toko keesati worra arti imbaasu, wonti akanatiifi lafti danqaroofte, bineensi ira dabre, hegeri isani gaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
lafti akka duwwaa hin taane busaawaan lafa irraallee akka sitti hin baay'anne, haga woggaa tokko afoo keetii hin ari'u;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti ontee bineensi akka isinitti hin bacanne, woggaa tokko keessatti isin duraa isaan hin ari'u.