Exodus 23:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lafa teesani haga galaana Diima qabe galaana Efrati d'aabe ammalle haga galaana Filistiti fuud'e lafa alooti d'aaba. Duuba anini worra qara lafa suni ke jiru harka keesaniti kenne, akasiini isani lafa suni keesaa baaftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
daangaa kee galaana diimaa irraa haga galaana Filisxeemii, lafa gammoojji'iitii haga laga Efraaxisii godha; worra biyya san keessa jiraatan maraa harka kee jala galcha; atillee isaan ariita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Meessaa keessan abbaayaa diintuu irraa haga abbaayaa Filisxeemotaa, goomolee irraa haga laga Efraaxiisii hin godha. Ani kolbaa lafa san keessa leetu harka keessanitti dabarsee hin kenna; isinille ifi duraa isaan hin ariitan.