Exodus 23:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri sunini lafa teesani keesa intaiini; wonti akanatiifi worri ch'ubbu isani barsiise duuba hegeri nati ch'ubbamtani. Yo isani waaqoota worraa kad'attani, ya t'urura hama keesa ufi buuftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waaqolee isaanii yoo waaqeffatte siiboo sitti ta'anii akka na yakkitu akka si hin taasifne biyya kee keessa akka hin teenne.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isaan lafa teessan keessa le'anu hin godhina'a. Yoo akkas gootane, isaan akka isin na irratti cubbuu hujjanu hin godhan. Isin waaqota isaanii yoo waaqonfattane, tiyyoo isinitti hin teeti» jedhe.