Exodus 23:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama dubbi d'araatiini inimatina, ammalle nama d'ugaa qajeela inijeesiina; wonti akanatiifi anini nama waan hamtu tolche imbaasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan soba ta'e irraa fagaadhu; nama qulqulluu hin ajjeesin; ani nama akkasii san cubbuu irraa waan hin qulqulleessineef;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yakkaamessa akka nama yakkaa hin qanneetitti hin laakkowu; tanaaf, waan dharaa irraa fagaadha'a; nama yakkaa hin qanne yookiin nama balchaa hin ijjeesina'a.