Exodus 23:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Keessuma indabsina; d'iba keessumaa imbeetani, wonti akanatiifi isanileeni lafa Misiriti ya keessuma taatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Nama isinitti baqate irratti daba hin hujinaa'a; isin hennaa biyya Misiriititti baqattoota taatanii teettan namni baqate maal akka ta'e waan beettaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Alagaa hin cunqursina'a; isinille biyya Gibxi'iititti alagaa waan teetaneertanuuf, waan alaga'atti dhage'amu isinuu hin beettan.