Exodus 24:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
artiti Waaqa Israeli argani. Miila isaa jalati waan ballo aka d'akha bule ch'uluqa jira, bule aka garaa Waaqaa, argani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa Israa'elii argan; miila isaa jala wonta akka maleekkaa Sami'ii ifu waan badhaa bulee akka dhagaa gatii gudda'aatitu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa Israa'elii dhaggane. Miila isaatiin jala dhakaa gatii guddo'oo ka «Safiiros» jedhamu, qulqulluu akka ol-gubba'aatitti jiraayyu.