Exodus 24:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Gaara gubbati nati kooti, ammo ato atini arma jirtu, anini d'akha lama hahafalicha, ka seera anini biyyaa jed'e baase irati t'aafe siti kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbi Muuse'een, «Gara kiyya gara gaaraa ol bayii taa'i; waan ati isaan barsiiftu seeraa fi ajaja kiyya dhagaa baxxee irratti barreessee sii kennaa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Gara gaaraa, gara kiyya ol bayiitii as turi; anille dhakaa baxxicha lama ka seerrii fi ajaji qajeelfama isaaniif te'u irratti barreesse sitti hin kenna» jedhe.