Exodus 24:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani waan jaaroleeni jed'e, Isani armumati nu eega, haga nu gaddachaanuti. Harunifi Huriini isani woliini jirani; duuba nami wold'abu ch'ufti ha worrati yau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
jaarsotaan «Haga gara keessan deebinuuf as taa'aa'a; Aaroonii fi Hoori kunoo isin woliin taa'an; ka hajaa qabullee yoo jiraate gara isaanii haa dhaquu» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni jaarsolee saniin, «Haga nuuti deebinee gara keessan dhunnutti, as tura'a; Aaronii fi Huur isin woliin waan jiranuuf, nami wol dhabu yoo jiraate isaan bira dhaquu ti» jedhe.