Exodus 24:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani dumansa keesa gaara olkore guyya afurtamatiifi halkani afurtama achi tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee duumessa keessaan gara gaaraa ol baye; Muuseen gaara irra guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen duumensa keessa gara gaara ol baye. Guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama achi ture.