Exodus 24:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani deebie seerafi gorsa AABBO Waaqi jed'eeni ch'ufa worrati hime. Nami ch'ufti qonqo takaani jalaa qabe waan jed'e, Waan ch'ufa ka Waaqi jed'e intolchina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee dhufee jecha Rabbiitii fi seera maraa bani'itti hime; baniin maruu laagaa tokkoon «Waan Rabbi dubbate maraa hin goona» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen dhaqee waan Mootiin Waan Maraa dubbatee fi seera isaa mara kolba'atti yennaa hime, kolbaan afaan tokkoon, «Waan Mootiin Waan Maraa jedhe mara hin goona» jettee deebitte.