Exodus 24:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani dubbi AABBO Waaqi jed'eeni ch'ufa t'aafe. Boriyya diirame lafaa kae gaara jalati fulla sorio Waaqa iti qalani jaare, d'akha kud'ani lama aka gosa kud'ani lama ta Israeli gula old'ad'aabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseenillee jecha Rabbii barreessee ganamaan ka'ee gaara jalatti hulee ciinca'aa akka gosa Israa'elii kudha lamaaniitiin soodduu dhaabe;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen, waan Mootiin Waan Maraa dubbate mara barreesse. Inni guyyaa itti aanu ganama ka'ee gaara jalatti addee ciinca'aa hujee, soodduu kudhanii lama ta gosa Israa'elii kudhanii lama bakka buutu dhaabe.