Exodus 24:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni kitaaba wold'aqisaa ka aada AABBO Waaqaa keesati t'aafani fuud'e qonqo olfud'ate biyyaa soome. Worri waan jed'e, Nu waan AABBO Waaqi jed'e guunne tolchina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa kitaaba waada'aallee fuudhee laagaa ol fudhatee bani'ii dubbise; isaanillee waan Rabbi jedhe maraa hin goona hin ajajamnaafille'e» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni kitaaba Gondooro'oo fuudhee kolba'aaf dubbise; isaanille, «Waan Mootiin Waan Maraa jedhe mara hin goona; isaafille hin ajajanna» jedhane.