Exodus 24:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Musani d'iiga qori keesa jiru kaani fuud'e biyya irati fifit'e waan jed'e, Kunini d'iiga wold'aqisaa isani AABBO Waaqaani woliini tolfattani jabeesu, gaafa inni aada tana ch'ufa isanii kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen dhiiga fuudhee banii irratti akkana jedhee facaase, « Jecha kana maraan waadaan Rabbi dhiigaan isin woliin gale kunooti» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuseen dhiiga san fuudhee kolba'atti fiffixee, «Kun dhiiga Gondooro'oo ka Mootiin Waan Maraa yennaa ajaja kana isinii kenne isin woliin gondoorate» jedhe.