Exodus 25:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sanduqa mukha d'adachatiini mid'aasa, ka d'eerinni isaa d'und'uma lamafi taaku toko, ballinni isaa d'und'uma tokofi taaku toko, old'eerinnileeni d'und'uma tokofi taaku toko.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Muka ajo'oo irraa saanduuqa waada'aa haa hojjatanii; dheerinni isaa ciqilee lamaa fi wodhakkaa, dalgi ciqilee tokkoo fi wodhakkaa, ol dheerinni ciqilee tokkoo fi wodhakkaa haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Saanduqa Gondooro'oo ta dheerinni isi'ii ciqilee lamaa fi wodhakka'aa, badhinni isi'ii ciqilee tokkoo fi wodhakka'aa, hojjaan isi'ii ciqilee tokkoo fi wodhakka'aa muka gololchaa irraa akka hujanu tolchi.