Exodus 25:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qadaada worqi ch'alla mid'aasa, ka d'eerinni isaa d'und'uma lamafi taaku toko, ballinni isaaleeni d'und'uma tokofi taaku toko.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worqii mishaa irraa dheerinna ciqilee lamaa fi wodhakkaa, dalgi isaa ciqilee tokkoo fi wodhakkaa, qadaada araaraa hojjadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Qadaaddaa Saanduqa Gondooro'oo ta worqi'ii, ta gumaa cubbu'uu irra keyanu ta dheerinni isi'ii ciqilee lamaa fi wodhakka'aa, badhinni isi'ii ciqilee tokkoo fi wodhakka'aa ta worqi'ii huji.