Exodus 25:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akheekhi waan koola ka lubbu qaba suni toko ha gama toko eju, kaani d'ibileeni ha gama kaani eju, qadaadafi waan koola suni ha worqi taka iraa mid'aasaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kiruubii tokkocha qadaada araaraa woliin gama tokkoon kiruubii lammeesso'oo gama lammeesso'ootiin gootee wolitti hojjatta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dada ol-gubba'aa san tokko qaccee gara tokkootitti, dada ol-gubba'aa ta lammeesso'oo qaccee garakaaniititti keyi; dada ol-gubba'aa ta koola qabanu san qaccee qadaaddaa Saanduqa Gondooro'oo lamaanittuu wolitti qassiisii tokko tolchi.