Exodus 25:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini worra Israelitini jettu, Wo naa baasa; duuba waan nami fed'i ufii gula baasu ch'ufa iraa fuud'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoolleen Israa'elii akka kennaa naa dhiyeessan isaanitti himi; kennaa waanuma inni onnee ufii keessatti kennuu fedhe irraa fuudhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Israa'elooti kennansa akka naaf kennanu itti himi; nama fedhii ifiitiin kennansa naa fidu irraa fuudhi.